top of page
Search

Mariif Marabbaan Jiraannaan Wanni Hundi Ni Furama

  • Writer: Ramadan Abdule
    Ramadan Abdule
  • Oct 5, 2023
  • 1 min read

duullii babal'ifannaa daangaa aanaa keenyaa irratti gaggeeffamaa ture marii hoggansa gama lameeniitiin akka dhaabbatu ta'ee jira.

tarkaanfiin hoggansi kaa'unsilii dirre dhaawaa warra rakkoo uumuu barbaadan irratti fudhate kan obbolumma ummata daangaa lameenii jiru cimsuudha.


 
 
 

Comments


bottom of page