top of page
Search

Qorannoon raawwii hojii mootummaafi paartii fayyadamummaa ummataarratti xiyyeeffatu gaggeefame


Qorannoon raawwii hojii mootummaafi paartii fayyadamummaa ummataarratti xiyyeeffatu gaggeeffame.


Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti qorannoon raawwii hojii mootummaafi paartii sadarkaa zoonii Aanichaatti gaggeeffamaa ture arra sadarkaa Aanichaatti gaggeeffameera.


Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Jaarsoo Obbo Taajuu Aadam hojii roga hundaan ummata fayyaduu danda’u hojjatanii imala badhaadhinaa eegalle milkeessuun hanqinoota jiru kutannoofi murannoo quuqama hawaasaa qabaachuu hammatuun hojii dubbatanii qofa osoo hin taane hojjatanii ciminoota jiru dechaan dabalanii itti fufsiisuun murteessaa jedhaniiru.


Aanichatti qorannoo raawwii hojii mootummaafi paartii arra gaggeeffamaa oole kanarratti Bulchaan Aanaa Jaarsoo Obbo Taajuun kallattii hojii fuula duraa kaa’aniiru.

 
 
 

Recent Posts

See All

Comments


bottom of page